Waamicha Ijoollee O2 – Oromoofi Ortodooksii

#Mana_Amantaa_Orthodox_Sinodoosii Oromiyaafi Sabaaf sablammii. Akkuma beekamu Sinodoosii Oromiyaafi Sabaaf sablammii dhaabbachuu irraan kan kahe, ilmaan Nafxenyaa bakka adda addaadhaa tokkummaadhaan Hiriira mormiitti jirti. Akkasumas Oromiyaa keessattis hiriira mormii Sinodoosii Oromiyaaf sabaaf sab lammii waamaa jirti, ba’aniis nu arrabsaa jiru. kanaafuu nama dhagaa sitti darbattutti dhagaasaa funaanii walitti qabi mana keenya Amantii keenya eenyummaa keenya Oromiyaa keenya ittiin cimsanna hadhaabnu, malee jara maraatte kana duukaa atis dhagaa itti hindarbatiin.

Jarri ”Hidda dhiigaa keenyatu cite” jettee maraachaa jirti. Eeyyeen dhugumatti hidda dhiigaa isaaniitu cite, Sa’a Faranjii Aannan garmalee mirgisaafii turtetu Abbaa sa’aaf gale kanuma dubbiin.

Amantii kana keessaa yoo ba’an
👉bakka qubsumaa hinqaban,
👉lafa taa’anii Saba keenyatti dhaadatan hinqaban,
👉lafa itti Faannoo leenjisan hinqaban,
👉Bakka meeshaa waraanaa Faannoof naqan hinqaban,
‘Strategy’ isaan ittiin Oromiyaa Laamshessuuf ka’an keessaa tokko Mana amantii kana keessa taa’anii Oromoo ilmaasaa faana, abbaa isaa faana, maatii isaa faana, ollaa isaa faana wal nyaachisuun nu hacuucaa nurra bubbuluudha. Amantii kana keessa taa’anii Afaan isaanii babaldhifatanii Afaan Oromoo hacuucu. Galiin mana Amantaa Orthodox Oromiyaa irraa galu Waggaatti Biiliyoona tokkoo olta’a. Qarshiin kun hundi deebi’ee gargaarsa mana amantiif kan oolu isinitti hinfakkaatiin.
👉Kaan Faannoo ilmaan Oromoo qaltee mataa murtuuf,
👉kaan Propogaaddaa miidiyaa irraa warra hojjetaniif kan ooluufii
👉kaan Boorsaa nama dhuunfaa kan furdisuuf ooludha.
Kanaafuu yaa dhala Oromoo dhimmi amma deemaa jiru kun dhimma amantii qofaa sitti hinfakkaatiin, dhimma
❤Eenyummaa keenyaati,
❤Oromiyaan karaa ittiin biliisomtuuti,
❤Amantiin qoqqoodamnee wal irratti ilaallu miti,
❤Oromoof Oromiyaati.
kanaaf Eenyuyyuu yoo taatan jaallattanii Oromoo hin taane Amantii keessan garuu jaallattanii filattanii itti galtan, wanti amma deemaa jiru garuu dhimma Amantii osoo hintaane Dhimma eenyummaa keenyaati. Kanaaf Oromoon utuu gandaan wal hinqoqqoodiin, Amantiin ilaalcha siyaasaa wal hin qoqqoodiin biliisummaa balbalarra nu gahe kana ol galfachuuf wal haa gargaarru. Nugargaaraa isiniin jenna.
Nutu waliif Qoricha
Dhiiga keenyatu tokko
Diina ilkaan qaratee nutti adeemaa jiru kana waliin taanee Oromiyaarraa haa deebsinuu. Yoo yaada kana ni deeggarta ta’e, nama 15niif #FACEBOOK, #WATHSAPP, #TELEGRAM #IMO tokko osoo hin hambisiin share godhi. Jabaan_Waaqa, jabinaa nuuf haa laatu. Jabeesse nu haa dhabu. Afaan Keenyaf aadaa keenya kan itti waaqeffammuu nu haa taasisu.