🐹 πŸŽ€ 𝐡𝒢𝑔𝒢 π‘”π‘’π‘’π“ˆπ“ˆπ’Άπ“ƒ 𝒷𝒢𝑔𝒢 π‘”π‘’π‘’π“ƒπ“Žπ‘’. πŸŽ€ 🐹

Ayyanni kan nagaa gammachuufi jaalalaa π”„π”«π”žπ”žπ”£π”¦π”°, 𝔦𝔫𝔦𝔦𝔣𝔦𝔰, π”₯π”²π”«π”‘π”žπ”ž π”¨π”’π”’π”«π”Άπ”žπ”žπ”£ π”₯π”žπ”ž π”±π”ž’𝔲!

Gooftaan Iyyeessus Ka’eera.

Kiristoos du’aarraa addaa ta’ee ka’eerraa
Du’ee du’aassaan du’aa balleesserraa
Awwalchaa keessa kan jiraan hundaaf
Jireenya bara baraa latteerraa

Gooftaan Iyyeesuus kaa’erraa
Mootiichi Ayihudaa du’aa mo’eerraa
Awalchii isaa duwwaadha
Awwalamee hin hafnee Si’oolin diggeerraa

Maariyaamii Maaqdalawiitti
Hin soddattin an abbaa keetti
Deemi himmi misirachoo koo
Gammachisii obbolleewwan koo

Bollaa keessa hin jiru Kiristoos
Hin fiigina Yoohannis Pheexroosi
Faggadha deema awwalcharraa
Akka dubbattee du’aa mo’eerraa

Jedhee dubbattee hin raaffaminaa
Du’aa ka’uu koo hunduu amannaa

Luqaasiifi Qalayophaa
Abdiin deebi’aa maatii koon taphaa
Iyerusaalem gara biyya koo
Itti deebi’aa hima ka’uu koo

Jedhee dubbattee hin raaffaminaa
Du’aa ka’uu koo hunduu amannaa

Amanni Toomaas hin sodaattinii
Shakkiin guutamtee gooftaa kee hin qorinni
Mana cuufatti galee nuu simattee
Ijan agarree fuldurraa dhabbaatte

Macaafa guddaatti kan hin katabamnee
Waan baay’ee rawwaattee kan hin irranfattamne