Salaalee koo Dammaqaa

✔ Debre Libaanos(Takliyyee)

➡ Akkuma beeknu manni Kiristaanaa kun Godina Salaalee Aanaa Debre Libaanos jalatti argama. Manni Amantaa kun Daayiqon hamma Phaaphasiitti barsiisee kan baasedha. Seenaa baroota dheeraa kan qabuudha. Qabeenyi Gurguddaan Ijaan qofa ilaaltee hin quufne dachee kanarra guute jira.

✔ Yaa saba koo mana Amantaa kana saamuun kan jireenya dhuunfaa isaa bareechatu Waaqayyo haa lakkaa’u.

✔ Iddoo kanatti Phaaphasii miskiina hin dubanne argatanii kan akka Obboo Shifarraa daldala cimaa gageessaa jiraata.

✔ Kanaaf yaa sabaa! Manni kun akka hin maccaane mana keessan eeggadhaa!!! Martuu Dammaqaa wal dammaqsaa! Akka jarri siyaasa isaanii ofaa jiran utuu hin taane dhugaa jiruuf haa fiignu!

✔ Eegaa Salaale keessa manni Kiristaanaa Buleeyyii fi Seena qabeenyi heddu akka jiran marti keenya nii beekna. Kanaaf isa sana haa tikfannu!

✔ Namoonni Danqaraa diriirsan baay’een ni jiru. Hamma warraa baasanii yeeyyotaaf nu laachaa turan sana seenaa isaanii guutu wajjin siniif fidnutti afuura warra mabara(MK) irraa of eeggadhaa. Summiin isaanii akka sin hin waraanne eeggadhaa🙏

➡Mana Kiristaanaa hunduu tikfadhaa. Keessumaa warri Aangoo lubummaa of harkaa qabdan harka hattuu of eeggadhaa.